Skip to content

EUCERIN ANTI-PIGMENT DUAL SERUM

Eucerin

9,000 ETB
Call +251 90 909 8709@Ownerofhstar
Open the post on Telegram
Sold byH-Star Beauty Cosmeticson Telegram · @hstarbeautycosmetics

Details

Posted
23 Oct 2026
Location
Not stated
Condition
Not stated
More Eucerin beauty & cosmetics →

Description

✨ EUCERIN ANTI-PIGMENT DUAL SERUM ✨ 🌸 Gogaa akkamiitiif mijata? Gogaa irratti tuqaan gurraachi (dark spots), halluun gogaa wal hin qixxaanne (uneven skin tone), Goga Maadiyata (Hyperpigmentation) 💖 Faayidaa isaa: Madiyaata (Hyperpigmentation ) Dhabamsisuf gargaraa ✨ Tuqaalee gurraacha gogaa irratti mul'atan hir'isuuf gargaara. 🌸 Halluu gogaa wal hin qixxaanne fooyyessuuf gargaara. 💧 Gogaa jiidhina qabaatee akka turu gargaara. 🤍 Gogaan ifa, lallaafaa fi bareedaa akka fakkaatu gargaara. ​📦 Gatiin: [ 💵 9,000 ] 📩 Ajajuuf: @Ownerofhstar 📞 Bilbila:  +251909098709 📍 [ Haramaya Taywan keysa ]

Meet the seller in a safe place and check the item before you pay.

See all 17,883