Skip to content

Mana bitattanii kaartaa gara maqaa keessanitti jijjiiruuf gara kutaa magaalaatti yeroo…

Temer Properties

Price not stated
Call +251 93 630 5068
Open the post on TikTok
Sold byMilkiyas Legesse (@milkiyas_legesse)on TikTok

Details

Posted
28 Aug 2026
Location
Not stated
Condition
Not stated
More Temer Properties houses & apartments for sale →

Description

Mana bitattanii  kaartaa gara maqaa  keessanitti jijjiiruuf gara kutaa magaalaatti yeroo deemtan baasiin isin dura jiru Hammam akka ta’e beektuu? Bittaan manaa hedduun walii galtee bittaa fi gurgurtaa erga mallatteessanii booda, maqaa kaartaa gara maqaa isaaniitti jijjiiruuf gara waajjira bulchiinsa lafaa yeroo deemanii, yoo dursee hin qophaa’in baasiin kun baajata maallaqaa isaanii jeequu danda’a. Kaffaltii mootummaa maqaa jijjiirraa (Ashuuraa) fi kaffaltiiwwan dabalataa jalqabumaa irraa kaasee tilmaama keessa galchuu dhabuun immoo kasaaraa maallaqaa fi rakkoo sochii keessa nama galchuu danda’a. Magaalaa Finfinneetti, bitataan manaa kamiyyuu mana erga bitee booda %6.5 kaffaltii mootummaa maqaa jijjiirraa kaffaluu qaba. Haa ta’u malee, akkuma namoonni baay’een yaadan,%6.5 kun gatii mana irratti walii galtee keessatti barreeffame qofa irraa hin shallagamu. Inumaayyuu, gatii lafa meetira iskuweerii tokkoof kutaan magaalichaa kaa’e kan seeraan eeyyamame fi gatii walii galtee keessanii keessaa isa ol’aanaa ta’e irratti hundaa’a. Kaffaltiin %6.5kun: • %4 kaffaltii Ashuuraa ykn maqaa jijjiirraa, • %2 gibira chaappaa (Stamp Duty), • %0.5 kaffaltiiwwan fandii yeroo balaa fi wabii of keessatti qaba. Fakkeenyaaf, yoo namni tokko mana qarshii miliyoona 10ni bite, maqaa kaartaa gara maqaa isaatti jijjiiruuf qofa qarshii 650,000 kaffaltii mootummaa dabalataa qabaachuu qaba. Kanaaf, yeroo invastimantii riil isteetii kamiyyuu karoorfattan, gatii gurguraa qofa irratti hundaa’uu qofaa ottoo hin ta'iin, baasiiwwan jijjiirraa fi kaffaltiiwwan xumuraa jalqabuma irraatti waliin shallaguun murtoo gaarii dha. Mana jireenyaa fi invastimantii keessan gara fuulduraa piiropaartii temiir irraa yaaddoo tokko malee  mirkaneeffadhaa! 🏢 Apartimentoota 📍 ⚡️ Maaggananyaa 📍 ⚡️ Saarbet 📍 ⚡️ Bulgaariyaa 📍 ⚡️ Awaaree 📍 ⚡️ Ayyaat Kaffaltii duraa 20% irraa eegalee 🎁 Hanga 35%tti hir’ina gatii (discount) isiniif qopheessinee jirra. 🛒 suuqqiiwwaan Daldalaa 📍 ⚡️ Saarbet 📍 ⚡️ Piyaasaa 📍 ⚡️ Bulgaariyaa 📍 ⚡️ Qallittii/Galanii– fuuldura hoteela Robika Kaffaltii waliigalaa qarshii miliyoona 2 irraa eegalee Kaffaltii duraa qarshii 900,000 irraa eegalee isiniif dhiyeessineerra. 🌍 Warri biyya alaa jirtanis bakka jirtan teessanii qabeenya bitachuu akka dandeessan isin beeksisna. 📞 Odeeffannoo dabalataaf: 0936305068 irratti nuuf bilbilaa! 📢 Odeeffannoon kun namoota hedduu akka ga’uuf: 👍 Like | 🔄 Share | ❤️ Follow godhaa! #temerproperties #EthiopiaRealEstate #apartmentforsale #diasporatiktok #ethiopiarealestate

Meet the seller in a safe place and check the item before you pay.

See all 22,409