Skip to content

GP Pointer – GP Pointer meeshaa barbaachisaa warqee barbaaduuf gargaaru yoo ta'u, bakka…

60,000 ETB
Open the post on TikTok
Sold byEthiopian Gold Hunter⛏️ (@ethiogoldhunter)on TikTok

Details

Posted
10 Nov 2026
Location
Not stated
Condition
Not stated

Description

📍 GP Pointer – 60,000 birr GP Pointer meeshaa barbaachisaa warqee barbaaduuf gargaaru yoo ta'u, bakka warqeen itti argamu adda baasuuf fayyada. ✅ Warqee xixiqqaa fi wantoota sibiilaa adda baasa. ✅ Bakka warqeen lafa keessa jiru sirriitti agarsiisa. ✅ Salphaatti qabatanii bakka barbaaddanitti sochoosuu dandeessu. ✅ Lafa qotame, dhagaa fi cirracha keessatti qorannoo gaggeessuuf mijataa dha. ✅ Namoota warqee barbaadanii fi hojii albuudaa hojjetaniif baay'ee barbaachisaa dha. 📍 GP Pointer – Meeshaa warqee barbaaduuf filannoo gaarii! 📞 Odeeffannoo fi ajajaaf nu qunnamaa. #GPPointer #GoldMining #GoldDetector #GoldFinder 🇪🇹

Meet the seller in a safe place and check the item before you pay.

See all 4,758