Skip to content

የወንዶች ፀጉር ቁርጥ ሙያ ስልጠና ከአንድ ወር እስከ ሁለት ወር በአጭር ጊዜ ሰልጥነው ብቁ ባለሙያ መሆን ይፈልጋሉ? ይህንንም ክህሎት…

Price not stated
Call +251 93 766 6888+251 93 744 4777@Mekdi_yemaryam@Eliyana
Open the post on TikTok
Sold byGLORY VOCATIONAL TRAINING INST (@gloryvocationaltraining)on TikTok

Details

Posted
20 Nov 2026
Location
Bishoftu
Condition
New

Description

የወንዶች ፀጉር ቁርጥ ሙያ ስልጠና ከአንድ ወር እስከ ሁለት ወር በአጭር ጊዜ ሰልጥነው ብቁ ባለሙያ መሆን ይፈልጋሉ? ይህንንም ክህሎት በመጠቀም ወዲያውኑ ወደ ስራ መግባት ይችላሉ። የስልጠናው ዝርዝር፡ • የቆይታ ጊዜ፡ ከ1 እስከ 2 ወር። • የስልጠና ቀናት፡ የአንድ ወር ሰልጣኞች ከሰኞ እስከ ቅዳሜ፤ የሁለት ወር ሰልጣኞች ደግሞ ከሰኞ እስከ ቅዳሜ ባሉት ሦስት ቀናት። የስልጠናው ጥቅሞች፡ • ፈጣን የስራ እድል፡ በተግባር የታገዘ ስልጠና ስለሆነ፣ በፍጥነት ወደ ገበያ መግባት ያስችላል። • ትርፋማነት፡ በራስ ስራ ለመጀመርም ሆነ በተቀጣሪነት ለመስራት እጅግ ተስማሚ ነው። አድራሻችን፡ • ቢሾፍቱ፡ ዝቋላ አደባባይ፣ ንብ ባንክ ያለበት ህንጻ አንደኛ ፎቅ። • አዲስ አበባ፡ ቱሉ ዲምቱ፣ ዩኒቲ ህንጻ አንደኛ ፎቅ። 📲0937666888 / 0937444777 ​🌟 Leenjii Rifeensa Dhiirotaa Ogummaa — Yeroo gabaabaa keessatti leenji'uun battalumatti hojiitti galaa! ✂️💈 ​Yeroo gabaabaa keessatti abbaa ogummaa barbaadamuu fi bu'a qabeessa ta'uu barbaadduu? Carraa warqee kana fayyadamuun leenjii hpchaan deggarame fudhadhaa, ogeessa ga'aa ta'aa! ​📋 Yeroo Leenjichaa: ▪ ​Yeroo turtii: Ji'a 1 hanga 2. ▪  ​Guyyoota leenjii: ▫ ​Leenjifamtoota ji'a 1f: Wiixata hanga Sanbataatti. ▫ ​Leenjifamtoota ji'a 2f: Guyyoota Wiixata hanga Sanbataa jiran keessatti torbanitti guyyoota sadii (3). ​💡 Faayidaawwan Leenjii Kana Fudhattanii Argattan: ✅ Carraa hojii saffisaa: Guutummaatti leenjii hojiin deggerame waan ta'eef, akkuma xumuraniin saffisaan gara gabaa hojiitti galuu isin dandeessisa. ✅ Bu'a qabeessummaa: Mana rifeensaa dhuunfaa keessanii banachuun hojjechuufis ta'e qacaramuun galii olaanaa argachuuf ogummaa baay'ee mijataadha. ​📍 Teessoo Keenya: ▪ ​Damee Bishooftuu: Addabaabaayii Cuqaalaa, gamoo Baankiin Nib jiru darbii 1ffaa. ▪ ​Damee Finfinnee: Tulluu Diimtuu, gamoo Yuuniitii darbii 1ffaa. ​Iddoon waan daangeffameef har'uma galmaa'aa! 📞 Odeeffannoo dabalataa fi galmeef:  📲0937666888 / 0937444777@Nebil's Kitchen @Mekdi_yemaryam @@Christian21 @Eliyana🦋🦋 @aguu ✝️ @Ameen Abe @@selam19🥰🦋 @Biftu✝️ @@Nafkot2121 @@andarge boss

Meet the seller in a safe place and check the item before you pay.

See all 3,078